Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota Godinaaleef muudama laate

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchitoota godinaaleef muudama laateera.
Haaluma kanaan:-
1. Godina Arsii
Obbo Musaaq Furoo …Bulchaa
Obbo Sintaayyoo Laggasee … Itti aanaa Bulchaa
2. Godina Arsii Lixaa
Obbo Zawuduu Kabbadaa…Bulchaa
Obbo Ahmada Hajii … Itti aanaa Bulchaa
3. Godina Buunnoo Beddellee
Obbo Amaan Danuu…bulchaa
Obbo Girmaa Fiqaaduu… Itti aanaa Bulchaa
4. Godina Boorana
Obbo Jaarsoo Booruu… Bulchaa
Ob. Abdulselaam Dhaabbii… Itti aanaa Bulchaa
5. Godina Addaa Naannawaa Finfinnee
Obbo Girmaa Haayiluu…Bulchaa
Aadde Zinnaash Abbabee… Itti aanaa Bulchaa
6. Godina Gujii
Obbo Taaddalee Odaa..Bulchaa
Obbo Abdulbaarii Ibrahim… Itti aanaa Bulchaa
7. Godina Gujii Lixaa
Obbo Jambaruu Abbabaa …Bulchaa
Obbo Waaree Gadaa… Itti aanaa Bulchaa.IA
8. Godina Harargee Bahaa
Adde.Miskii Mohammad…Bulchaa
Abdii Aliyii.. Itti aanaa Bulchaa
9. Godina Harargee Lixaa
Ikiraam Xahaa … Bulchaa
Tashoomee Kabbadaa.. Itti aanaa Bulchaa
10. Godina Horroo Guduru Wallagaa
Baqqalaa Dachaasaa…Bulchaa
Darajjee Toleeraa…. Itti aanaa Bulchaa
11. Godina Iluu Abbaa Boor
Indaalkaachoo Tafarii..bulchaa
Geetahuun Kaasahun … Itti aanaa Bulchaa
12. Godina Jimmaa
Tijjaanii Naasir…Bulchaa
Yasuuf Shaaruu.. Itti aanaa Bulchaa
13.Godina Qellem Wallaggaa
Gammachuu Gurmeessaa ..Bulchaa
Waaqshumaa Damee… Itti aanaa Bulchaa
14. Gonda Shawaa Bahaa
Abbabuu Warquu…Bulchaa
Ashannaafii Hordofaa ..Itti aanaa Bulchaa
15.Shawaa Kaabaa
Abrhaam Gaaddisaa…Bulchaa
Taarikuu Nagaash … Itti aanaa Bulchaa
16. Shawaa Kibba Lixaa
Taayyee Gaaddisaa..Bulchaa
Guutuu Gadaa… Itti aanaa Bulchaa
7. Godina Shawaa Lixaa
Saahuu Diribsaa..Bulchaa
Takkalenyi Yimmaamuu… Itti aanaa Bulchaa
18. Godina Wallagga Bahaa
Alamaayyoo Tasfaayee..Bulchaa
Darajjee Abarraa… Itti aanaa Bulchaa
19. Wallagga Lixaa
Solomoon Taammiruu..Bulchaa
Taliilaa Tarrafaa.. Itti aanaa Bulchaa
20. Godina Baalee Bahaa
Adam Qaasim …Bulchaa.
Masalaa Alamuu.. Itti aanaa Bulchaa
21. Godina Baalee
Abdulaakim Aliyii..Bulchaa
Didhaa Guddataa… Itti aanaa Bulchaa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.