Fana: At a Speed of Life!

Murteen liqaa biyyoota garee 20 murtoo sirriidha – Ministeera Maallaqaa

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Murteen liqaa biyyoonni garee 20 dabarsan murtoo sirrii ta’uu Ministeera Maallaqaa ibseera.
Koreen biyyoota garee 20 waltajjii Fulbaana 16, 2021 gaggeesseen murtoon Idaa hir’isuu ilaalchisee dabarse tarkaanfii sirrii ta’uu Ministeerichi himeera.
Murticha Ityoophiyaan gammachuun kan fudhattu ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.