Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad gootota miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa dhiiraa fi dubaraa Ityoophiyaaf aarsaa kanfalanii hospitaala jiran daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad gootota miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa dhiiraa fi dubaraa Ityoophiyaaf aarsaa kanfalanii hospitaala jiran daawwataniiru.
Dooktar Abiy tajaajilli keessan nubiratti gatii qaalii qaba. Dhaloonnis barabaraan ni kabaja! Jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.