Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Maallaqaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Ministeera Maallaqaa daawwatan.

Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Ministeera Maallaqaa taasisaniin sadarkaa haaressuu waajjiraa irra gaheetti hedduu gammaduu ibsaniiru.

Damee pabliik sarviisiitiin haala hojii mijawaa uumuun tajaajila fooyya’aa kennuuf shoora ijoo qaba jedhaniiru.

Dookatr Abiy “Harkasaatiin kan lakkaa’amu kan hin hojjenne kan sammuusaatiin lakka’amu hin milkeessu” jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.