Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Sweediin waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Sweediin Steefaan Loovaan waliin mari’ataniiru.
Wayita marichaa hariiroo biyyoota lamaanii fi rabsaa talaallii vaayrasii koroonaa irratti marii’ataniiru.
Akkasumaas haala nageenyaa biyyaalessaa fi naannoo irratt mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.