Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Projaktii Koyishaa daawwatan.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa projaktii ‘Maaddii biyyaaf’ keessa tokko kan ta’e Projaktii Koyishaa daawwataniiru.
Wayita daawwanaaf garas imalan Buufata Xiyaaraa Jimma Abbaa Jifaaritti Abbootii Amantaa fi Jaarsolii biyyaan simannaan taasifameefi jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.