Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii Gorgoraa eeggalchiisan

Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad proojaktii ijaarsa Gorgoraa guyyaa har’aa eeggalchiisaniiru.
Sirnicharratti Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa mokonnin dabalatee preezdaanti Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aganyaw Tashaagar akkasumaas hoggantoonni hojii olaanoo federaalaa fi naannoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.