Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy hooggantoota naannolee Oromiyaa fi Sumaalee hojii fakkeenyummaa gaarii qabu agarsiisaaniif galateeffatan

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannawaa daangaa keessoo fi bulchiinsaa naannoleetti waliigaltee karoora nagaa fi misooma waloo raawwachuun, gaarummaan guddina biyyaa amansiisaaf fidu baayyee olaanaadha jedhaniru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti,
hooggantoonni naannolee Oromiyaa fi Sumaalee gama kanaan hojii fakkeenya ta’u agarsiisuusaaniitiif galata guddaan qaba jedhaniiru.
Kutaalee biyya keenyaa hunda nagaa fi misooma walootin hidhata uumnee badhaadhinaa keenya ni dhugoomsina jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.