Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti baatiwwan jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabame

Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti baatiwwan Jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabamuu ibsameera.

Naannichatti walakkaa waggaa kanatti Birrii biiliyoona 1.273 ol walitti qabuuf karoorfamee % 85 raawwatamuu himameera.

Raawwiin kun kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame % 53 caalmaa qabaachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.