Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti sagantaa jalqabsiisa sosochii gibiraa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti sagantaan jalqabsiisa sosochii gibiraa fi kaffalttoota gibiraa amanamoof beekamtii kennuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Saganticharratti Ministira Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalam Nigusee dabalatee Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammadiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa biro argamaniiru.

Ministeerri Galiiwwanii sosochii Seera Taaksiifi Gumruukaaf bitamuu mata duree “ Gibira Kabaja Biyyaaf” jedhuun karoorfatee hojjechaa jiraachuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.