Fana: At a Speed of Life!

Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa muudateef guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerate

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa sagalee laachuurraatti muudate hordoofee guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerachuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa beeksiseera.

Boordichi guyyoota  11 filannoof hafaan ilaalchees ibsa laateera.

Walitti qabduun Boordii filannoo Biyyoolessaa aadde Burtukaan Miidhaksaa ibsa miidiyaleef laataniin, naannolee filannoo hanqinni itti muudatee fi  rakkoo nageenyaa jirutti guyyaa sagaleen kan  laatamuu Waxabajjii 14 tti   sagaleen  hin laatamuu jedhaniiru.

Kutaan odiitii boordichaa sakattoo gaggeesseen naannolee filannoo 54 irratti hanqinni mudateera.

Guyyaan filannoo 2ffaan Qaammee 1,2013 gaggeeffamaa jedhameera.

Misikkir Sinaaffiqtu gabaase

eesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.