Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaaritti haala yeroo biyyaarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti haala yeroo nageenyaa fi siyasaa biyyaarratti kan xiyyeeffate mariin hawaasa gaggeeffamaa jira.

Maricharratti Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa, Ministira Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos, Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa, dargaggoota aanaalee naannichaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru.

Yohaannis Darriboowutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.