Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaaritti jijjiirrama dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Naannoo Afaar aanaalee addaddaatti jijjiirrama akka biyyaatti dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.

Aanaa Hanrukaa, Yaaloo, aanaa addaa Argoobbaa, Awaash Subaah Kiilootti hiriirri deeggarsaa gaggeeffameera.

Hiriira deeggarsaa kaleessa ba’ameen dhaadannoowwan “Badhaadhinni Ityoophiyaa, badhaadhina Afaari”, “Federaaliizimiin sirriin Badhaadhinaan dhugooma” jedhan qabatamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.