Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar magaalaa Gaalaafiitti sakattoo gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa seeraan alaa gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.

Meeshaaleen waraanaa seeran alaa gochaa badiif ooluuf turan, Manatsiriin dirree waraanaa Uffataaleen seeraa qaamolee nageenyaa, Fanjiiwwan maraman, sanadoonni sobaa, dabtaroonni herreega baankii garaagaraa fi maallaqni Birriin kumni dhibbi 2 ol sakattoo manneenirratti taasiifameen to’atamuu ragaan Poolisii Federaalarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.