Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifame

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifameera.

Abbaan Alangaa waliigalaa naannichaa sirreeffamtoota dhiifamni taasifameef keessaa 56 dubartootaa fi kumni 2 fi 646 dhiiroota yoo ta’an, waliigala sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifamuu beeksiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.