Fana: At a Speed of Life!

Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 ol sagalee laataan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Addaa naannawaa Finfinnee Naannoo filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 91 fi 318 filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataaniiru.

Naannoo Filannoo Baraak Alaltuutti namoonni kumni 94 ol galmaa’uu hojii gaggeessaan filannoo naannichaa obbo Kadir Suleemaan Faanaa Brooksaating Koorporeetitti himaniiru.
Taajjabdoonni fi raawwachiiftonni adeemsa filannoo taajjaban adeemsi ture ifaa fi bilisa akka ture himaniiru.
Qaboo yaa’ii qabuudhaan sagalee lakkaa’uun hojii xumuraa galgala kanaatis jedhaniiru.
Addis Taammirtu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.