Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun baname

Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti waggoota 110niin dura Qoonsilaa Turkii kan ture giddugala Aadaa Turkii ta’uun banamuu ibsame.
Naannichatti Qoonsilaa Ootumaan Turkii ta’uun tajaajilaa kan ture giddugala aadaa Turkii ta’uun banameera.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Turkii Yaapraaq Alpi giddugalicha eebbisiisuun bananiiru.
Gamoon kun hariiroo cimaa Turkiin biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran waliin qabdu kan agarsiisuudha jedhan.
Giddugalichi Hariiroo seenaa qabeessa Ityoophiyaa fi Turkii akka muul’isuutti haaromsamuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Turkii argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.