Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 ol dhaabbate

Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa Oromiyaa beeksiseera..
 
Akka OBN gabaaseetti naannichaatti duula sagantaa Ashaaraa magariisaa Adooleessa 22, 2012 biqiltuuwwan miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 4 dhaabuuf karoorfamee biqiltuuwwan miiliyoonni dhibbi 3f miiliyoonni 27 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 99 fi 570 dhaabbateera
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.