Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 300 dhaabama jira

Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 300 dhaabama jira.

Godinaalee naannichaatti Godina Gujii Aanaa Daamaa, Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Araddaa Haroo Carcar Gaara Shazanuur, Godina Arsii Lixaatti Magaalaa Walisootti, godina Buunnoo Beddelleetti, Godina Booranaa fi godina Iluu Abbaa Boor Bulchinsaa Magaalaa Mattuutti dhaabbii biqiltuu gaggeeffamaa jira.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.