Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Sidaamaatti ogeeyyii fayyaa kunuunsa maatiif beekkamtiin laatame

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti ogeeyyii fayyaa fi hojjettoota kunuunsa maatiif beekkamtiin laatameera.
Hojjettoota weerara Covid -19 ittisuuf fi to’achuuf shoora olaanaa ba’aniif beekkamtiin kun laatamuu ibsameera.
 
Sirna beekkamtii fi galateeffannaa ogeeyyii fayyaa fi hojjettoota kunuunsa maatii kanarratti Preezdaantii Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoo, Kaantibaa magaa Hawasaa gargaaraa Proofeesaraa Tsaggaayee Tukkee dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon, abbootiin amantaa fi ogeeyyiin yaala fayyaa argamuu Ejansiin Raadiyoo fi Teeleeviizyiinii naannoo Kibbaa gabaaseera.
 
FinfinneeFeesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.