Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti lammiilee sababa hongeen miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu hojjetamaa jira

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti lammiilee sababa hongeen miidhamaniif hojiin deeggarsa raabsuu hojjetamaa jiraachuu ibsameera.

Naannooleen garaagaraa lammiilee kanneen dandamachiisuuf deeggarsa maallaqaa fi akaakuu taasiisaa jiraachuu Biiroon Hoggansa Sodaa Balaa naannichaa ibseera.

Jiraattoota aanaalee 36f midhaan nyaataa baatii 1 dhiyaachuu himameera.

Hongee naannicha muudateen Horiin kumni dhibbi 2 fi kumni 30 kan du’an yoo ta’u, qonnaan Bultoonni miiliyoonni 2.5 ol deeggarsa kan barbaadan ta’uu eerameera.

Fatiyaa Abdallaa fi Geetaasaw Yeshawaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.