Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigiraay deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 taasifame

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Naannoo Hararii fi Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa Naannoo Tigiraay deebisanii dhaabuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50 taasisaniiru.
Deeggarsicha Jilli Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Hararii obbo Odiriin Badirii fi Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa obbo Ahimad Mahaamadiin durfamu magaalaa Maqaleetti argamuun laateera.
Jilli kun wayita buufata xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa ga’u hoggantoonni Bulchinsa yeroo naannichaa , abbootiin amantaa fi jaarsoliin biyyaa simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.