Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Kibbaa sirreeffamtoota seeraa 970 dhiifama taasise

Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 970f dhiifamaa fi hidhaa waggaa 10 hir’iseera.

Itti aanaa preezdaantii naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw ayyaana Faasikaa sababeeffachuun ibsa laataniin hordooftoonni amantaa kiristaanaa wayita ayyaanicha kabajatu ofiisa weerara vaayrasii koroonaarra eeguun ta’uu qaba jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.