Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 45 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 45 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisuu ibsame.
Naannichi sangoota 221, Hooloota 216, Re’oota 204, galaa qophaa’e Birrii miiliyoona 45tti tilmaamamuu fi Birrii miiliyoona 30 akaakuun Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa taasiisuu ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.