Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa Lammiilee naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasiise

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Sidaamaa lammiilee naannoo Afaaritti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 40 taasiiseera.
Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon deeggarsichi Preezdaantii naannoo Afaar obbo Awwal Aarbaaf kennaniiru.
Meeshaalee Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamuu fi Birrii miiliyoonni 30 maallaqaan deeggarsa taasiisaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.