Fana: At a Speed of Life!

Namichi gabaabinaan addunyaarratti beekamtii qabu umrii isaa waggaa 27tti boqate

Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Namichi gabaabinaan addunyaarratti beekamtii qabu umrii isaa waggaa 27tti du’aan addunyaa kanarraa boqateera.

Namichi gabaabaan addunyaa du’aan boqate lammii Neeppaali.

Namichi gabaabaan maqaan isaa Kaagandiraa Tahaappaa Maagar jedhamu kun dhukkuba miichii sombaatin boqateera.

Kaagandiraan bara Faranjoota 2010 nama gababaa addunyaa kanaa ta’uun galmee dinqisiisoo adduunyaa irratti wayita umriin isaa 18 turetti galmaa’et ture.

Kaagandiraan gabaabina seenti meetira 67.08tini beekamtii kan argate.

Maddi:- Aljaziiraa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.