Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaan butii shamarree Tsaggaan shakkamuun barbaadamaa ture to’atame

Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaa Butii Shamarree Tsaggaa Balaachoon shakkamee barbaadamaa ture Yewahaalaamaabraat Waldamaariyaam to’atame.

Shakkamaan kun guyyaa har’aa to’atamuu Komishiniin Poolisii Naannoo Sidaamaa ibseera.

Shakkamaa dhuunfaa kana to’annoo jala oolchuuf hordoffii cimaa taasiifamaa tureen guyyaa har’aa to’achuun danda’amuun Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Poolisii Naannoo Sidaamaa Kaasaa Cabuu Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.