Fana: At a Speed of Life!

Namoonni 1,731 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 526 irratti vaayrasichi argameera

Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Namoonni 1,731 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 526 irratti vaayrasichi argameera.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti lakkoofsi namoota waliigalaan dandamatanii 88,975 qaqqabeera.
Sa’aa 24 darbeetin qorannaan samuudaa 5,741 hojjetameera.
Namoonni qorannaadhan vaayrasichi irratti argame 115,360 qaqabeera.
Sa’aa 24 darbeen lubbuun namoota 10 yoo darbu, lakkoofsi waliigalaan lubbuu isaanii dhabanii ammoo 1,779 qaqqabeera.
Hanga yoonaa qorannaan laabraatoorii samuudaa 1,689,299 hojjetameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.