Fana: At a Speed of Life!

Nannoo Sidaamaatti bara baajataa kana bu’uuraalee misoomaa hojjetaman daawwatamaa jiru

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti bara baajataa kana bu’uuraalee misoomaa aanaalee naannichaa keessatti hojjetaman daawwatamaa jiru.

Daawwannichaan, Pirezidaaniintiin Naannichaa Obbo Dassitaa Leeddamoo, Ittaanaa Pirezidaantii fi Ittigaafatamaatam Biiroo Barnootaa Obbo Bayanaa Baraasoo, qondaaltotaa olaanoo naannichaa fi kanneen biroon argamuu ragaan Waajjira Pirees Sekireetariyaatii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.