Fana: At a Speed of Life!

Naqamteetti agarsiifni baazaarii fi Igizibiishinii oomisha qonnaa fi bu’aawwan qonnaa eegale

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti agarsiifni baazaarii fi igizibiishinii oomisha qonnaa fi bu’aawwan qonnaa eegaleera.

Agarsiifni kun hanga Muddee 11, 2013 kan turu yoo ta’u,magaalaa Naqamtee Dirree Masqaalaatti  eegaleera.

Agarsiifni baazaarii fi igizibiishinii kun qindoominaa Bulchiinsa magaalaa Naqamtee fi godina Wallaggaa bahaatin qopha’u ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa magaalaa Naqamteerraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.