Fana: At a Speed of Life!

Neeymaar sababa miidhamaatiin tapha ramaddii lameenii keessaa ala ta’uun mirkanaa’e

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa lammii Biraaziil Neeymaar Juuniyeer sababa miidhaamaatiin taphoota ramadii lameenii keessatti akka hinhiriirre ibsame.

Neeymaar kaleessa galgala tapha Biraaziil Seerbiyaa waliin taphatteerratti miidhaa miilasaarraa ga’een taphoota lameeniin alaa ta’uu danda’eera.

Dooktaroonni gareen kubbaa miilaa Biraaziil tapha Seerbiyaa booda haala miidhamaa isaa qorannoo ifoomsaniin taphatichi taphoota ramadii lameeniin ala ta’uu beeksisaniiru.

Neeymaar Urjiin umrii 30 PSG yeroo ammaa hordoffii wal’aansaa jala jiraachuu Sky Sport gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.