Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaa Mokkoniin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa fi hariiroo idil addunyaa Xaaliyaan Maarinaa Seereenii waliin mari’ataniiru.

Obbo Dammaqaan Mootummaan Xaaliyaan tumsa misooma addaa hin cinnee Ityoophiyaa waliin qabuf galateeffataniiru

Ijaarsa hidha guddichaa Ityoophiyaarratti hirmaataa kan jiran Saalinii Impireegiloo Ityoophiyaatti kan raawwatame hojiiwwan ijaarsa hidha guddichaa dinqisifataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.