Fana: At a Speed of Life!

Obbo Lidatuu Ayyaaleew wabii Birrii kuma dhibba 1tin akka gadhiifaman Manni Murtii Olaanaa Shawaa Bahaa eeyyam

Finfinnee, Fulbaana 12 , 2013 (FBC) – Obbo Lidatuu Ayyaaleew wabii Birrii kuma dhibba 1tin akka gadhiifaman Manni Murtii Olaanaa Shawaa Bahaa eeyyame.
Obbo Lidatuun labsii bulchiinsa meeshaa waraanaa 1177/2002 irra darbuun himannaa irratti banameen mirga wabii gaafataniif manni murtichaa eeyyameera.
Manni murtichaa dhimma obbo Lidatuun ittiin himataman ilaaluuf Fulbaana 20,2013tti beellama jijjiirramaa qabeera.
Taariik Addunyaatu gabaase.
Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.