Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis Abdiisaan Dodolaatti garbuu kilaastaraan misoome daawwatan

Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan garbuu kilaastaraan misoome daawwatan.

Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu godina Arsii Lixaa aanaa Dodolaatti garbuu kilaastaraan misoome daawwateera.

Daawwicha kan gaggeessan aanichatti ganda Buura Addeelleetti.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.