Fana: At a Speed of Life!

Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’uudhan muudaman

Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaa isaatin obbo Shimallis Abdiisaa itti aanaa preezdaantummaarraa gara preezdaantummaatti ol guddise.

Caffeen Oromiyaa Eebla 10,2011 yaa’ii ariifachiisaa 4ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessen obbo Shimallis Abdiisaa itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa gochuudhan muudun isaa ni yaadatama.

Raggaasaa Firoomsaatu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.