Fana: At a Speed of Life!

Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa dhufan hojii isaanii xumuran

Finfinnee, Eebila 21, 2012 (FBC) – Ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n deeggarsa yaala dhibee vaayrasii koroonaa kennuuf gara Ityoophiyaa dhufan hojii isaanii xumuran.
 
Torban lamaan darban vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf deeggarsa ogummaa kennaa kan turan ogeessonni fayyaa Chaayinaa 12n hojii isaanii xumuruun ibsameera.
 
Ogeeyyiin kunneen deeggarsa ogummaa walfakkaataa kennuuf gara Jibuutiittis ni imalu jedhameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.