Fana: At a Speed of Life!

Ogeessoonni aartii proojaktoota magaalaa Finfinneetti ijaarama jiru daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC)  – Ogeessoonni aartii proojaktoota magaalaa Finfinneetti ijaarama jiru daawwatan.

Ogeessoonni aartii proojaktoota bareedina shaggarii fi Inxooxxoo daawwataniiru.

Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee proojaktoota kan wayita ogeessota aartii daawwachiisan akka ibsanitti aartiin hariiroo hawaasa cimsuuf ni gargaraa jedhan.

Ogeessooni aartiis gama isaaniin bulchiinsi magaalicha magaala jiraatoota mijattu taate taasisuuf sochii taasisu waan jajjabeeffamu qabudha jedhan.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.