Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyii aartii fi Atleetoonni gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasiifamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ogeeyyii aartii fi Atleetoonni Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hordofuun gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasiifamaa jira.
Ogeeyyiin aartii fi Atleetoonni kunneen mata duree ‘si faana jirra’ jedhuun gara adda waraanaatti kan duulan ta’uu ibsameera.
Sagantaa gaggeessaa kanarratti hoggansi olaanoon mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee argamaniiru.
Qonjiit Zawdeetu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.