Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin Miidiyaa Naamusa Ogummaa isaanii karaa eegeefi miira biyyummaa olaanoon hojii hojjetaniif galateeffamuu jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Ogeeyyiin Miidiyaa Naamusa Ogummaa isaanii karaa eegeefi miira biyyummaa olaanoon hojii hojjetaniif galateeffamuu akka qaban Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa beeksise.

Daayrektarri olaanaan Abbaa Taaytichaa obbo Muhaammad Idiriis, Ogeeyyiin Miidiyaa filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa irratti gabaasa ifaa,madaalawaa,qajeelfama naamusa Ogummaa kan hordofe hojjechaa akka oolan himaniiniru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.