Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin Ministeera Fayyaa qonnaa magaalaa ammayyeessuuf sirna odeeffannoo kalaqan

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Ministeera Fayyatti Ogeeyyiin Teeknooloojii fi Odeeffannoo Tajaajila Dhiyeessii Qorichootaa Ityoophiyaa sirna odeeffannoo bulchiinsa qonnaa magaalaa kalaqaaniiru.

Ogeeyyiin kunneen sirni kalaqan kun qonnaa magaalaa ni ammayyeessuuf tumsa jedhameera.

Sirni odeeffannoo kun, sirna odeeffannoo bulchiinsa qonnaa fi sirna bulchiinsa lafa qonnaa jedhuun gosoota lamaan tajaajila kan kennuudha jedhaniiru.

Sirba odeeffannoo kana fuulduratti haala fuduraa fi muduraa qonnaa boroo, maqaa, bakka, baay’inaa fi akaakuu, waa’ee guyyaa dhaabamanii fi odeeffannoo biroo bal’inaan ogeeyyiif dhiyeessuuf kan gargaaru ta’uu ragaan Ministeeraa Fayyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.