Fana: At a Speed of Life!

Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatte

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Olompiikii Tookiyootin Ityoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.

Olompiikii Tookiyoo dorgoommii dhirootaa meetira kuma kudhaniitin Solomoon Baarigaa Ityoophiyaadhaaf warqee jalqabaa argamsiiseera.

Atleet Solomoon Baarigaa dorgommicha daqiqa 27 sekandii 43 fi maayikroo sekandii 22 keessaatti seenuun injifateera.

Dorgommichaan atileetoonni hirmaataan Baarihuu Aragaawii daaqiqa 27 sekandii 46 fi maayikroo sekandii 16tti seenuun sadarkaa 4ffaa yoo argatuu, atleet Yoomiif Qajeelchaa ammoo daqiqa 27 sekandii 52fi maayikroo sekandii 3 keessaatti 8ffaa ta’uun isaa beekameera

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.