Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaa baatiiwwan arfan darbanitti galii Birrii biiliyoona 15 walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan arfan darbanitti galii Birrii biiliyoona 15 walitti qabuusaa beeksise.

Kunis raawwii bara darbee yeroo walfakaataan wal bira qabamee yoo ilaallamuu Birrii biiliyoona 4’n calmaa qaba jedhameera.

Biirichi bara kana maddeen galii garaagaraarraa Birrii biiliyoona 50.3 walitti qabuuf karoorfachuusaa, Hoggantuu Biiroo Galiiwwanii Oromiyaa Aadde Maskaram Dabbabaa himaniiru.

Sochii hanga ammaatti taasifamaa tureen karoora qabame keessaa Sassaabbin galii %92.6  hojjatamuu ragaan BDHKMNO irraa argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.