Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti bara baajataa kana galiin Birriin biiliyoonni 36.175 walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Bara bajataa 2013 xumuramee keessaa naannoo Oromiyaatti galiin Birrii biliyoonni 36.175 walitti qabamuu ibsameera.
Galiin bara kanaa kana bara darbee yoo madaallamu % 20 dabaluu himameera.
Galii idileerraa Birrii biiliyoona27.1 waliti qabuuf karoorfamee biiliyoonni 30.23 walitti qabamuu eerameera.
Mana qopheessaan Birrii biiliyoona6 sassaabuuf karoorfamee biiliyoonni 5.94 sassaabuun danda’amuu himameera.
Bara baajata kana Proojektootaaf Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 3 fi miiliyoonni dhibbi 8 ol hojiirra oolu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.