Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabaman

Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti namoonni dabalataa 190 vaayrasii koroonaatin qabamu Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksisee.
Namoonni haaraan 202 dandamataniiru.
Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 3970 irratti argama.
Namoonni 103 wallaansa cimaa keessatti argamu.
Lubbuun namoota 5 darbeera.
Waliigala lubbuun namoota 336 darbeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.