Fana: At a Speed of Life!

Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa haala yeroo irratti mari’ataa jira

Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa haala yeroo irratti hooggantoota olaanoo nannichaa waliin magalaa Adaamaattii mari’ata jira.

Marii kana irratti barreeffamni mata duree”Maalummaa Fudhatamummaa Mootummaa Karaalee Mirkaneeffannaafi Kallattiwwan Paartii Badhaadhinaa”jedhu irratti dhiyaatee mariin gaggeeffamaa jira.

Dhimmoonni akka biyyaatti jijjiiramni akka dhufuufi Paartiin Badhaadhinaa akka hundaa’u kan taasise keessaa sababni ijoon fudhatama dhabuu paartii kana dura biyya bulchaa tureedha jedhameera.

Marii kanarratti hoggansi ol’aanoo naannichaa argamaniiru.

Daagmaawwii Deeksisaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.