Fana: At a Speed of Life!

Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen falmii gaggeessuu eegalan

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Paartileen morkattootaa waltajjii Faanaa Broodkaastiing Korporeet qopheesseen guyyaa har’aa Falmii jalqabaa gaggeessuu eegalaniiru.
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa, Ezeemaa, Hibir Ityoophiyaa fi Dhaabbata Tokkummaa Guutuu Ityoophiyaa ejjennoo paartii isaanii beeksiisuuf falmii jalqabaa gaggeessaniiru.
Paartileen kunneen sagalee ummataa argachuun carraa mootummaa hundeessuu yoo argatan tarsiimoo, caaseeffama mootummaa fi imaammata paartiin isaanii hordofu ilaalchisee falmii jalqabaa taasiisaniiru.
Afaan hojii mootummaa federaalaa fi Humna addaa naannolee irratti ejjennoo paartiin isaanii qabu ilaalchisee yaadaan walfalmaniiru.
Faasikaa Taddaasaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.