Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa Daani’eel Baqqalaa waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin, haala yeroo biyyaalessaarratti mari’achuu ragaan Waajjira Pireezidaantiirraa argame ni mul’isa.

#Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.