Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarqi du’aan boqochuu Beeneediikti 16ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen boqochuu Phaaphaasii Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikti 16ffaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Beeneedikti 16ffaan umriisaanii waggaa 95’tti guyyaa har’aa mana jireenyaasaatti du’aan boqochuun kan yaadatamudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.