Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaanti Saahilawarqi guyyaa bilisummaa Jibuutiirratti hirmaatan

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Pirezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen, guyyaa bilisummaa Jibuutii 45ffaarritti Eembaasii Jibuutii Faransaayiin kabajamerratti hirmaataniiru.

Pirezidaanti Saahilawarqi hariiroo seena qabeessa Ityoophiyaa fi Jibuutii sababeeffachuun guyyaa bilisummaa biyyattiirratti hirmaataniiru.

Pirezidaanti Sahilawarqi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qondaaltota olaanoo Dhaabbataa Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa (UNESCO) fi yaa’ii barnootaa duraa Paariisitti gaggeeffamuratti hirmaachuu ragaan Faransaayitti Enbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.