Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ingilaand har’a taphatameen Arsenaalii fi Siitiin morkattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Amajjii 14, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaand har’a waaree boodaa eegalee taphatameen Arsenaalii fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota isaanii injifataniiru.

Maanchiister Siitiin goolii 3 fi 0n Woolvarhampiton injifateera.

Arsenaal ammoo Maanchiister Yuunaayitiid goolii 3 fi 2 injifachuun dursummaa isaa yoo cimsatu, Liidis Yuunaayitiidii fi Bireentifordi goolii malee qixa xumuraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.